Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu magaalaa Godee gale

Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Godee galeera.

Jilichi magaalaa Godee buufata xiyyaaraa Ugaaz Meeraad Liiyilii  wayita ga’u Preezdaantiin naannichaa obbo Muusxafee Mahaammadii fi hoggantoonni naannichaa simataniiru.

Jilichi turtii isaan miidhaa hongeen hawaasa irratti qaqqabsiise haala hir’suun danda’amurrattii fi deeggarsa dhiyeessii bu’uuraalee misoomaa irratti taasisuun danda’amurratti hoggantoota olaanoo naannichaa waliin ni mari’atuun eegama.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.