Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa dhibbi 9 fi 83 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila  28, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa balallii yeroo sadii taasifameen lammiileen Ityoophiyaa dhibbi 9 fi 83 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota kanneen keessaa 14 daa’imman yoo ta’an, 969 ammoo dhiiroota ta’uu beekameera.

Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessaa jiran gara biyyaa deebisuu cimee itti fufuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.