Fana: At a Speed of Life!

Injiifannoon Diree waraanaa Saambee sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Goreetti kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Injiifannoon Diree waraanaa Saambee waggoota 81 booda sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Goreetti kabajamaa jira.

Sirnicharratti agarsisni gara garaa dhiyaachaa jira.

Keessummoonni Naannoo, Godinaa fi Aanaalee garagaraa irraa dhufan akkasumas naannolee ollaarraa sirnicha irratti argamaniiru.

Injiifannichi injiifannoo Uumataa guraachaa jedhamuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.