Fana: At a Speed of Life!

Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin dhaabachuudha- Preezdaant Saahilawarq

Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin dhaabachuudha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.

Preezdaant Saahilawarq guyyaa goototaa 81ffaa irratti argamuun haasawaa taasisaniin wal deeggaruu fi waliin dhaabbachuu cimsuun barbaachisaa ta’uu kaasaniiru.

Ityoophiyaanonni hundi mari’achuu, waliif galuu fi kallattii keenya sirreessinee waliin tarkaanfachuu qabna jedhaniiru.

Gootota wayita yaadannu biyyi keenya gootota hedduu akka horattuu fi murannoon hojjechuuf mirkaneessuutu nurra jira jedhan.

Shaambal Mihiratitu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.