Fana: At a Speed of Life!

Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin imaalchifti jette hojiin ala taasifte

Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin imaalchifti jette hojiin ala taasisuushe ibsiteetti.

Mooskoon buufata humna saraaroota baaburaa 6 barbadeessuun hojiin ala taasisuu ibsiteetti.

Raayyaan Ittisa Biyyaa Raashiyaa akka ibseetti, Haleellichaan kuusaa meeshaalee waraanaa dabalatee bakki fulleeffannaa loltoota Yuukree 40 irratti haleellaan raawwatameera.

Sararoonni baaburaa kunneen meeshaalee waraanaa biyyoota lixaatiin hojjetamaan imalchiisaa akka turan hin ibsamne.

Buufataaleen humna baaburaa kunneen meeshaalee qilleensarraa fi galaanarraatiin barbadaa’uu TRT gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.