Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxiir godinalee fi magaaloota Oromiyaa adda addaatti kabajame

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan godinalee fi magaaloota Oromiyaa adda addaatti bifa ho’aan kabajameera.

Godina Qellam Wallaggaa magaalaa Dambii Dollootti Ayaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443’ffaan bakka Abbootiin Amantaa fi gaggeessitoonni Sadarkaa Magaalaa fi Godinaa argamanitti sirna ho’aan kabajameera.

Akkasumas Magaalaa Bishooftuu fi Godina Booranaatti Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaa sirna ho’aan kabajameera.

Godina Shawaa Lixaa Aanaalee Baakkoo Tibbee, Iluu Galaan, Noonnoo fi magaalaa Ambootti hawaasni hordooftoota amantaa musiiliimaa Ayyaana Iid AlFaxiir waggaa 1443 karaa nagaa fi hawwaataa ta’een kabajameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.