Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxiir naannoo Somaaleetti kabajame

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan naannoo Somaaleetti bifa ho’aa ta’een kabajameera.

Naannichatti sirni Salaataa bifa tasgabbii qabuun hawaasa amantichaatiin gaggeeffamuu ibsameera.

Ayyaanichis magaalaa Jigjigaatti bifa ho’aa ta’eenii kan kabajame.

Ayyaanicharrattis Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalate hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo fi jaarsoliin biyya akkasumas jiraattoonni magaalichaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.