Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan magaalaa Jimmaa fi Asallaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan Istaadiyeemii magaalaa fi Asallatti kabajamaa jira.
Salaatni Iidaa Afaxiir bara 1443ffaan magaalaa Jimmaa Ostaadiyeemii magaalichaatti bakka hordotoonni Amantaa Islaamaamagaalaa Jimmaa fi naannawaa ishee argamanitti kabajamaa jira.
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaa fi Naannawaa ishee Ayyaana Iid-Alfaxiir waggaa 1443ffaa Istaadiyeemii Magariisa Magaalaa Asallaatti kabajaa jiru.
Abduurmaan Mahaammaditu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.