Fana: At a Speed of Life!

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen hordoftoota amantaa Islaamaaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi baga ayyaana Id-Alfaxir nagaan geessan; Iid Muubarak jedhaniiru.

Yeroo Sooma baatii tokkoo dabarsitanitti, wal gargaaruun, waliif yaaduu fi waliin jiraachuun turee jedhaniiru.

Yeroo itti aanuttis walgargaaruu fi  waliin jireenya kana cimsuun nageenya keenya kan itti fufsiisnu  nuuf haa ta’u jedhaniiru ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.