Fana: At a Speed of Life!

Sirni kabaja ayyaana bara haaraa Saba Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sirni kabaja ayyaana bara haaraa Saba Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan magaalaa Hawaasaa Gudumaaleetti kabajamaa jira.

Saganticharratti preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa  Obbo Dastaa Ledaamoo fi keessummoonni kabajaa Naannoo fi Federaalaa akkasumas Abbootiin Gadaa fi haadholiin Siinqee argamu ragaan waajjira Preezdaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.