Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan Zhaak Mibuungaanii waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan Zhaak Mibuungaanii waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin biyyoota lameen gidduutti damee fayyaan hariiroo cimaa haala uumuun danda’amurratti mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.