Magaalaa Hawaasaatti proojektoonni ijaarramaan xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedamoo proojektoota magaalaa Hawaasaatti ijaarramuun xumuraman eebbisiisaniiru.
Sirni eebbichaarratti preezdaanticha dabalate, Af Yaa’ii Mana Maree naannichaa aadde Faantayee Kabbadaa, Kantiibaa magaalaa Hawaasaa gargaraa Proofeesar Tsaggaayee Tuukee akkasumas Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa magaalaa Hawaasaa obbo Kaasuu Aruusaa argamaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.