Fana: At a Speed of Life!

Godina Shawaa Lixaatti hiriirri balaleffaannaa Shanee gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabaratitti hiriirri balaleffaannaa Shanee gaggeeffameera.

Godinichatti hiriirri  balaaleffannaa Shanee hawaasa bal’aa hirmaachise aanaa Abuunaa Gindabarat magaalaa Bakkee Qalaaxee keessatti gaggeeffamuu waajjirri kominikeeshinii godinichaa beeksiseera.

Miidhawwan garichi  lubbuu namaa fi qabeenya irraan gahaa ture hadheeffachuun uummanni aanichaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun garichaa aanicha keessaa dhabamsiisuuf hojjechaa jiraachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinicharraa argame ni mul’iusa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.