Fana: At a Speed of Life!

Artiist Zannabuu Gassase boqatte

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Artiist Zannabuu Gassase addunyaa kanarraa du’aan boqatte.

Artiist Zannabuun dhibee ishee muudateen yaallamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqatteerti.

Artiistittiin hojiilee aartii hedduurratti hirmaachuun dinqisiifattoota baayy’ee horachuu dandeesserti.

Faanaa Broodkaasting Korporeet boqachuu isheef gaddi itti dhagamuu ibsuun, maatii fi firoottan isheef jajjabina hawweera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.