Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shiideen Daayreektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen Daayreektara Maaneejiingii IMF Kiristaaliinaa Joorgiivaa waliin mari’ataniiru.

Haala Hiriiroo diinagdee cimsuun danda’amuu fi lammilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman deeggaruun danda’amurratti mari’ataniiru jedhame.

Mariin hoggantoota Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin taaiifame bu’aa qabeessa ta’uu obbo Ahimad Shiideen fuula feesbuukii isaaniin eeraniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.