Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin kabajan

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin maaddii qooddachuun kabajaniiru.

Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne 230 waliin maaddii qooddachuun kabajaniiru.

Maanguddoota kunuunsa hin qabne, haala rakkisaa keessa jiran, qaama miidhamtoota, kanneen daandirra jiraataanii fi daa’immaan maatii hin qabne waliin Ayyaanna Hiikaa kabajaniiru jedhame.

Alaazar Taaddaleetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.