Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaa baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuuf yaale to’atame

Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaa baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuuf yaale to’atamuu ibsame.

Shakkamtichi baala sammuu nama hadoochu daddabarsuuf qophiirra osoo jiruu hordoffii Tajaajilli Nageenya odeeffannoo Biyyaalessaa taasiseen to’annaa jala ooluu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen ibseera.

Namni dhuunfaa kun baala sammuu nama hadoochu kana gara naannoo Amaaraatti daddabarsuuf osoo jedhuu kutaa magaalaa Eekkaa naannoo Laambarat jedhamutti to’atamuu poolisiin ibseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.