Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa 2023 ifoome

Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa bara 2023 guyyaa kaleessaa ifoomeera.

Ityoophiyaan ramaddii D jalatti Gibtsi, Giinii fi Maalaawwii waliin ramadamteetti.

Taphoonni Calallii Waancaa Afrikaa 2023 baatii caamsaa dhufu kan eegalu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miillaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.