Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalan

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalaniiru.

Ministeera Kalaqaa fi Hojiitti Ministir deetaan damee bobbii hojii fi gabaa obbo Nigusuu Xilaahuun daawwannaa hojiif Keeniyaa Naayiroobii jiru.

Turtii isaanii Naayiroobiitiin gita isaanii Keeniyaa Piitaar Ketuum waliin dhimmoota garaagaraarratti mari’achuu ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Marii isaaniitinis damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.