Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti hawaasa Musliimaaf sagantaan Afxiraa gaggeeffameera.

Bulchiinsa magaalaa Diree Dawaatti sagaantaan Afxiraa addabaabaayii Baaburaa lafaatti bakkaa hoggantonni bulchiinsa magaalichaa fi ulamaa’oonni gurguddoon argamanitti gaggeeffameera.

Sagantaa kana irratti argamuun haasaa kan taasisaan Ustaaz Kaamiil Shamsuu, waltajjiin akkaana sagantaa tokkummaan musliimaa itti cimuudha jedhaniiru.

Yaasin Shamsudiin

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.