Fana: At a Speed of Life!

Godina Shawaa Lixaatti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaatti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffameera.

Shanee ajjeesuu fi saamuu malee ajandaa siyaasaa tokkollee waan hin qabneef Oromoo bakka hin bu’u jedhan Jiraattonni Aanaa Ada’aa Bargaa.

Aanichatti yeroo garaagaraatti ajjeechaa fi saamicha hamaa lammiilee nagaarratti raawwatan irraa deebi’uun gara qabsoo karaa nagaatti akka deebi’aniif Mootummaan, Abbootiin Gadaa fi Jaarsooliin biyyaa yeroo garaagaraatti Waamicha taasisaafi turuu ragaan Kominikeeshinii godina Shawaa Lixaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.