Fana: At a Speed of Life!

Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa abbootii warraa kuma 4 oliif deeggarsa meeshaalee taasise

Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Godina Wallagga Bahaa aanaa Guutoo Giddaatti abbootii warraa kuma 4 fi 350f deeggarsa meeshaalee taasiseera.
Korichi Tirikaa Soolaarii, Meeshaalee mana keessaa fi meeshaalee tajaajilaa biroo laachuu ibsameera.
Deeggarsa Dhaabbatichi laaterraa jiraattoonni gandoota Luugoo, Meetii fi Gaaddisa Odaa fayyadamoo ta’uu isaanii ragaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.