Fana: At a Speed of Life!

Balaa konkolaataa mudateen horiirra miidhaan qaqqabe

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Godina Gujii aanaa Waadaraatti balaa konkoltaataa mudateen horiirra miidhaan qaqqabeera.

Balaa guyyaa kaleessaa qaqqabe kanaan horiin nama dhuunfa 19 battalumatti yoo du’an,loon 14 irra ammoo miidhaa cimaan qaqqabeera.

Akka ragaan waajjira dhimmoota kominiikeeshinii mootummaa aanaa Waadaraarra argame mul’isutti konkolaataan fe’iinsaa Waadaraa irraa gara magaalaa Nagellee imalaa ture miidhaa kana qaqqabsiisuu isaa himameera.

Rakkoon ka’umsa balichaas ariitii seeraan alaan konkolaachisuu akka ta’e himameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.