Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa gaggeessuufi

Finfinnee, Guraandhala 1, 2012 (FBC) – Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa Gurraandhala 8, 2012 irraa eegalee ni gaggeeffama.

Yaa’iin idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaan Gurraandhala 8, 2012 irraa eegalee magaalaa Adaamaa galma Caffeetti kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Waajjira Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.