Sagantaan Ifxaaraa bakka Preezdaant Saahilawarq argamanitti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Sagantaan Ifxaaraa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti Masaraa Mootummaa guddichatti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti Preezdaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa waliigalaa Ityoophitaa Dursaa Hajii Muftii Idiriisii fi Itti aanaa Preezdaantii mana marichaa Dooktar Jaylaanii Kadir dabalatee abbootiin Amantaa Islaamaa, Imaamoonnii fi hordoftoonni amantichaa hedduun argamuu TOI gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.