Fana: At a Speed of Life!

Faawundeeshiniin Wandiim Kaaliid hawaasa musliimaa waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaa jira

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Wandiim Kaaliid hawaasa musliimaa waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaa jira.

Hundeessaan Faawundeeshinichaa Kaaliid Naasiir, baatii Ramadaanaa sababeefachuun baatii Ramadaanaa guutuu guyyaa guyyaan, namoota 100 faxarsiisaa kan jiru ta’uu himeera.

Har’a Faawundeeshinichii sooma Ramadaanaa sababeefachuun hawaasa musliimaa harka qaleeyyii ta’aan 200 ol faxarsiisaa jiraachuu obbo Kaaliid himaniiru.

Qaamoleen sagantaa Afxiraarratti argamaniis, baayyee kan ittii gammadan ta’uu himaniiru.

Jamiilaa Jamaaltuu Gabaase.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.