Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 86 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 86 Saa’ud Arabiyaarraa marsaa 3ffaan gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaayis 330 dubartoota, 80 daa’immaan kanneen ammoo dhiirootadha jedhameera.
Lammiilee gara biyyaa deebi’aniif kunuunsa barbaachisaa taasisuun gara iddoo yeroof turaniitti akka deemaan ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa ni mul’isa.
Hanga ammatti hojii lammiilee gara biyyaa deebisuuf hojjetameen Ityoophiyaanoonni kumni 8 fi 500 gara biyyaa deebi’aniiru.

 

 

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.