Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad hawaasa musiliimaaf qophii Afxiraa taasisan

Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hawaasa musiliimaa garaagaraaf qophii Afxiraa taasisan.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa hawaasa musiliimaa garaagaraaf qophii Afxiraa taasisuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Sagantaa Afxiraa kanarratti Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamaa Muftii Hajii Umarii fi miseensonni hawaasa musiliimaa biroon argamaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.