Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin qabeenyaa lammiilee  hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaanii Birrii miiliyoona 30 taasisan

Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa  dhalootaan Gujii Finfinnee jiraatanii fi dhaabbanni Meedirook Godinaalee Gujii fi Gujii Lixaatti lammiilee hongeen  miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa  Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu taasisuu isaanii OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.