Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Masaay Haayiluu daayreektara olaanaa Instiityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Dooktar Masaay Haayiluu daayreektara olaanaa Instiityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa ta’uun muudamu isaanii Instiityuutichi ibseera.

Dooktar Masaay daayreektara olaanaa Instiityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa ta’uun muudamu isaanii ragaan instiityuuticharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.