Fana: At a Speed of Life!

Waashingitan Diisiitti hiriirri mormii ‘wixineewwan Seeraa HR 6600 fi S 3199’  gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Waashingitan Diisiitti hiriirri mormii ‘wixineewwan Seeraa HR 6600 fi S 3199’  gaggeeffamaa jira.

Hiriirri mormii kun ‘wixineewwan Seeraa HR 6600 fi S 3199’ jedhaman Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoota kan miidhan, hariiroo biyyoota lamaanii kan hin madaalle, wixineewwan seeraa kunneen haqamuu qabu’ mata dureewwan jedhamaniin gaggeeffamaa jiraachuu qindeessitoonni hiriirichaa ibsaniiru.

Hiriira kanarratti lammiileen Ityoophiyaa fi michuuwwan Ityoophiyaa hirmaataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.