Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni mootummaa olaanoo federaalaa fi naannolee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa daawwatan

Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa olaanoo federaalaa fi naannolee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa daawwataniiru.

Daawwannaa kanarratti Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoo, Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyaw Tashaagar, Preezdaantoonni fi Af Yaa’iiwwan naannolee dabalatee ministiroonnii fi hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa argamaniiru.

Qaamoleen kunneen gurmaa’iinsa teeknooloojii Ammayyaa mana hojichaa daawwataniiru.

Bitootessa 17, 2014 jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Waajjira kana daawwachuun kan yaadatamuudha.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.