Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti Proojektoonni lafa hektaara 260 Jallisiin misoomsuu danda’an tajaajila laachuu eegalan

Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Proojektoonni lafa hektaara 260 Jallisiin misoomsuu danda’an tajaajila laachuu eegaluu ibsameera.
Naannoo Somaalee Godina Liiban Aanaalee lama keessatti Proojektoonni lafa hektaara 260 misoomsuu danda’an 4 tajaajila eegaluu himameera.
Aanaa Doolloo Adoo fi Qolmaayyuutti Proojektoonni Birrii miiliyoona 51 ijaarraman tajaajila eegaluu hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa Dooktar Abduurqaadir Imaan ibsaniiru.
Proojektoonni kunneen abbootii warraa kuma 1 fayyadamoo kan taasiisan ta’uu eeraniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.