Fana: At a Speed of Life!

Miseensoota boordii Dhaabbilee Miidiyaa Ityoophiyaaf muudamni laatame

Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Abbaa Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa hundeessuuf bu’uura labsii lakkoofsa 1238/2ዐ13 ba’een miseensoonni boordichaa muudamaniiru.

Bu’uruma kanaan:-

1.Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministeera Dhimma Alaarraa walitti qaba

2.Ambaasaaddar Naasisee Caalii Ministeera Tuurizimiirraa miseensa

3.Ambaasaaddar Hassan Abdulqaadir giddugala ijaarsa sirna demookiraasiirraa miseensa

4.Dooktar Aggaredaach Jaamaanih Yuunvarsiitii Finfinneerraa miseensa

5.Dooktar Baddiluu Waaqjiraa Yuunvarsiitii Finfinneerraa Miseensa

6.Dooktar Masaay Gabramaariyaam Yuunvarsiitii Finfinneerraa Miseensa

7.Dooktar Waadajinah Maahireen gorsaa miseensa

8.Qees Taagaay Taaddalaan dhaabbilee manataarra miseensa

9.Ustaaz Yaasiin Nuuruu dhaabbilee amantaarraa miseensa ta’uun sagalee mormii 11 fi sagalee caalmaa 17 muudamnisaanii raggasifameera.

Muudamtoonnis sagalee kakuu raawwachuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.