Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira.

Manni marichaa walga’ii gaggeessaa jiruun dursaan qaboo yaa’ii walga’ii idilee 5ffaa bara hojii 1ffaa qoratee ni raggaasisaan eegama.

Dabalatanis hoggantoota boordii hojii abbaa taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa ni raggaasisaan eegama.

Akkasumas gabaasa raawwii baatiwwan 9 Ministeera Barnootaa kan dhaggeeffatuu ta’uu ragaan Mana Marichaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.