Fana: At a Speed of Life!

Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame

Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera.

Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo hawaasummaa, misooma biyyaalessaa, fayyummaa qaamaa fi lammii oomishaa horachuuf murteessaa ta’uu baniinsa sirnichaa irratti haasawa kan taasisan koomiishinarri Koomiishinii Ispoortii FDRI obbo Duubee Jiloon ibsaniiru.

Damichaan lammii fayya qabeessaa fi oomishaa horachuuf hojjetamaa akka jiruu fi dorgommiin eegale kunis shoora olaanaa ni qabaata jedhameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.