Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwataniiru.

Preezdaanticha dabalatee hoggantoonni olaanoon godina Silxee projektoota daandii, misoomaa fi bishaan dhugaatii ijaarramaa jiran daawwachuu TOI gabaaseera.

Haaluma walfakkatuun guyyaa boru godina Guraageetti projektoota misoomaa ijaarramaa jiran kan daawwatan ta’uu ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.