Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera.

Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor ramaddii jalqabaa jalatti yoo ramadamaan,

Ingiliz, Ameerikaa, Iraanii fi Weels/Iskootlaadii yookaa Yuukreen keessaa gulaallii kan darban ramaddii 2ffaa,

Arjentiinaa, Meeksiikoo, Poolaandii fi Saa’uud Arabiyaan Ramaddii 3ffaa,

Faransaay, Deenmaark, Tuuniiziyaa fi Imireetoonni Araba Gamtoomanii/Awustiraaliyaa yookaa Peeruu keessaa gulaallii kan darban ramadfii 4ffaa,

Ispeen, Jarman, Jaappaanii fi Koostaarikaa/ Niwuuzlaand keessaa gulaallii kan darbe ramaddii 5ffaa,

Beeljiyeem, Kirooshiyaa, Moorookoo fi Kaanaadaan ramaddii 6ffaa,

Poorchuugaal, Uraagaay, Kooriyaan Kibbaa fi Gaanaan ramaddii 7ffaa,

Biraaziil, Siwiizarlaand, Sarbiyaa fi Kaameeruun ramaddii 8ffaa kan ramadan yoo ta’uu taphni baniinsaa Kuwaataarii fi Ikkuwaadoor gidduutti kan taphatamu ta’uu eerameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.