Fana: At a Speed of Life!

Waqtii Ramadaanaan lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuun barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasni musiliimaa  waqtii sooma Ramadaanaa kanatti lammiilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman akka yaadatu gaafatan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad seenuu soommana Ramadaanaa ilaalchisee argaa dabarsaniiru.

Soommanni Ramadaanaa guddichi boru ni eegala, Soommanni yeroo itti haalaan of ilaalanidha jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Waqtiin Ramadaanaa yeroo itti ofii keenyaa fi biyya keenya haalaan ilaalluu fi waan hir’ate itti guunnu akka ta’u abdiin qaba jedhaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.