Fana: At a Speed of Life!

Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan boru ni eegala

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan guyyaa boru Bitootessa 24, 2014 ni eegala.

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen soommanni guyyaa boruu kan eegalu ta’uu ibseera.

Soommanni Ramadaanaa bara kanaa guyyaa boruu kan eegalu ta’uu mirkanaa’uu hogganaan sabquunnamtii mana marichaa Usmaan Adam ibsaniiru.

Hawaasni musiliimaa wayita soomu wal deeggaruu fi walgargaaruun ta’uu akka qabu manni marichaa yaadachiiseera.

Keessumaa lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuu akka qaban dhaamaniiru.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.