Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira.
Simpooziyeemicha dabalate godinichatti gaaffii eenyummaa kan itti deebi’ee waggaan 21ffaanis kabajamaa jira.
Simpooziyeemicharratti Af Yaa’iin Mana Maree Naannoo Kibbaa aadde Faaxee Sarmooloo fi hoggantoonni hojii mootummaa naannichaa fi godinichaa argamaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.