Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyu’aan magaalaa Hawaasaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyu’aan guyyaa har’aa magaalaa Hawaasaa daawwataniiru.

Daawwanicharratti kantiibaa magaalaa Hawaasaa gargaaraa Proofeesaraa Tsaggaayee Tuukee dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaa argamaniiru.

Ambaasaaddarichi hojiilee misoomaa fi invastimantii magaalichaa daawwachuu kantiibaan magaalichaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.