Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa baajata Doolaara miiliyoona 1 ramaduun barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu har’a naannoo Afaaritti eegaleera.
Deeggarsicha Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Teeriis Jaankoobsan Mana Barumsaa Samaraa sadarkaa 1ffaatti argamuun kennuu isaanii Miidiyaan naannoo Afaar gabaaseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.