Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaar iddoolee walitti bu’iinsi turetti barattoonni kumni 40 ol ammas barnootatti hin deebine jedhame

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar iddoolee walitti bu’iinsi turetti barattoonni kumni 40 ol ammas barnootatti kan hin deebine ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.
Waraanaan dura barattoonni kumni 90 barnootarra kan turan ta’uu fi yeroo ammaa barattoonni kumni 40 ol barnootarra kan hin jirre ta’uu Itti aanaa hogganaan Biiroo Barnootaa naannichaa obbo Darrasaa Mahaammad ibsaniiru.
Sababa manneen barnootaa diiggaman, Bishaanii fi bu’uuraaleen misoomaa barbadaa’aniif barattoonni kunneen gara manneen barnootaatti osoo hin deebi’in hafuu kaasaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.