Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz moggaasa maqaa Bartaa ‘Beenishaanguul’ jedhame akka waamamu murteesse

Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz kana dura moggaasa maqaa saba Bartaa jedhamee wamaama ture ‘Beenishaanguul’ jedhame akka waamamu sagalee guutuun raggaasiseera.

Manni Maree naannichaa yaa’iisaa gaggeessaa jira.

Yaa’isa har’a gaggeessaa jiruunis Manni Maricha moggasa maqaa saba Bartaa jedhamee waamama ture ‘Beenishaanguul’ jedhame akka waamamu murteesseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.