Fana: At a Speed of Life!

Murtoo Raashiyaan sharafa biyya keessaan oomisha ishee gurguruu Hindi deeggarte

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Qoqqoobbii biyyoonni Lixaa guyyoota muraasa dura Raashiyaarra kaa’an hordofee murtoo Raashiyaan sharafa biyya keessaan oomisha ishee gurguruu Hindi deeggarteerti.

Sirni Kaffaltii Waljiirraa daldalaa Hindii fi Raashiyaa torbee kanaa eegalee Ruuppii fi Ruubiliin jalqabuu akka danda’u Preezdaantiin Federeeshinii Dhaabbata Ekispoortii Hindii A Saaktiiveel ibsaniiru.

Bittaa fi gurgurtaan kallattii kun kan eegalu taanaan hojiileen Faayinsiii Hindii fi Raashiyaa Doolaara malee akka raawwatuuf garagaara jedhame.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.