Fana: At a Speed of Life!

Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fiigicha daandirraa kiiloo meetira 10 riikkardii addunyaa haaraa galmeessite

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf Yewahaalan riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifatte.

Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fageenyicha daqiiqaa 29 fi seekondii 14n xumuruun sa’aatii saffisaa addunyaa galmeessiteerti.

Baatiwwan itti aanaan ammoo walakkaa maaraatooniin hirmaachuuf karoora qabaachuu Atleet Yaalemzarf Yewahaalan ibsiteerti.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.