Fana: At a Speed of Life!

Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’e

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti bifa haaraan Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’eera.

Paarlaamichi kana dura daa’immaan moodalii jedhuun hundaa’ee kan ture yoo ta’u, har’a gurmaa’insa cimaa uumuu bifa haaraan hundaa’eera jedhame.

Adeemsi hundeeffamicha Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatin kan gaggeeffamee yoo ta’u, qaamolee idoowwan hundaarra walitti babba’aan hirmaachiseera.

Hundeeffamicharratti Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasumaa Dooktar Ergoogee Tesfaayee, qaamoleen Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataa akkasumas hoggantoonni hojii biroon argamaniiru.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.