Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Ministirootaa walga’ii 6ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse

Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii 6ffaa guyyaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Manni marichaa wixinee imaammata saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshiniirratti mari’achuun raggaasisera.

Dabalataan manni marichaa wixinee danbii  gurmaa’insa, aangoo fi ga’ee dhaabbilee raawwachiistotaa 11 daangessuuf ba’erratti mari’achuun kan raggaasise yoo ta’u danbichi guyyaa gaazexaa Nagaarit irratti maxxanfamee ba’erraa eegalee hojiirra kan oolu ta’uu manni marichaa murteeseera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.