Fana: At a Speed of Life!

Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa waliigaltee Ispoonsar Shiippii Birrii miiliyoona 60 mallateesse

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa waliigaltee Ispoonsar Shiippii Birrii miiliyoona 60 mallateessuu beeksiise.
Kilabichi Warshaalee oomishtoota Biiraa Waliinii fi Anbassaa waliin waliigaltee Ispoonsar Shiippii kana mallatteessuu ibsameera.
Waliigalteen kun waggaa shaniif kan mallattaa’e ta’uu ragaan Fuula Kilabichaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.